Qaanqee Show :- Faarfannaa Qindeessuurraa Gara sirba Qindeessuutti !!  Daawwit Taaddesee waliin

Qaanqee Show :- Faarfannaa Qindeessuurraa Gara sirba Qindeessuutti !! Daawwit Taaddesee waliin

Qaanqee Show

7 месяцев назад

24,061 Просмотров

Ссылки и html тэги не поддерживаются


Комментарии:

@AbrahamShugi
@AbrahamShugi - 10.03.2024 07:37

Ergaa guddaa

Ответить
@walabufilmproduction94
@walabufilmproduction94 - 10.03.2024 07:53

Amma dhugaa yoo dubbanee warra inni hojii hojjeteef kun walitti qabamanii sagantaama tokko qenddeessanii mana tokko bittuufii dadhabdanii dhugaa ?

Ответить
@BooreeBooranaa
@BooreeBooranaa - 10.03.2024 08:41

Maaloo haabbee ati bara jireenya keenyaa baay'ee nu booharesite ! Great !!!!!!!!!!!!!!!!

Ответить
@SEENAAFAN
@SEENAAFAN - 10.03.2024 09:22

Wow nu jiraadhu daawwe

Ответить
@dabalebonsa1138
@dabalebonsa1138 - 10.03.2024 09:56

Extraordinary guy. Thank you so much for your contributions!

Ответить
@MerobNGT
@MerobNGT - 10.03.2024 10:23

Phootoo hacaaluu Hundeessaa maalif duuba keeti dhaabame

Ответить
@tolawakbekuma6235
@tolawakbekuma6235 - 10.03.2024 11:04

habteee keenyadhimma goota keenya kana itti jabbeessi

Ответить
@Haacetube1430
@Haacetube1430 - 10.03.2024 11:39

Habtee galatoomi baayyee sijaallannaa garuu godinoota oromiyaa hundarraa osoo gootee wolitti maki abdii guddaa sirraa gabdaa jijjebaadhu

Ответить
@hanutube332
@hanutube332 - 10.03.2024 14:38

👍👍👍👍

Ответить
@arsiitoo7120
@arsiitoo7120 - 10.03.2024 17:47

❤❤❤❤😂

Ответить
@arsiitoo7120
@arsiitoo7120 - 10.03.2024 17:47

Mucaan goobaziidha❤❤❤❤

Ответить
@ShaanqooSankara
@ShaanqooSankara - 10.03.2024 20:21

Jabaadhu habtee Keenya namoota kaameraa duuba jiran nuuf dhiisi

Ответить
@Sunayna-c9o
@Sunayna-c9o - 10.03.2024 21:34

Waawooo galatoomi qallii nama

Ответить
@Abdiikadir-sv3dp
@Abdiikadir-sv3dp - 10.03.2024 22:13

Suuraa hacee of-duuba kaa'i haftee akkuma duraan san

Ответить
@ArtDagimMesfinoro
@ArtDagimMesfinoro - 11.03.2024 02:47

Dawwit keenya qaaliidha atiyyuu oromoodhaaf galannikee dachaadha🙏🥰🐅

Ответить
@todaytube718
@todaytube718 - 11.03.2024 11:11

saitii hin jedhin sa'atii jedhi subskirayippii hin jedhin subsrcibe jedhi

Ответить
@oromoohits4921
@oromoohits4921 - 11.03.2024 18:17

He speaks local leeqaa accents men😊

Ответить
@oromoohits4921
@oromoohits4921 - 11.03.2024 18:26

Lets supports and built studio 4 this guy

Ответить
@gadaa-
@gadaa- - 11.03.2024 19:49

Habtish adaraa rabbii Weellisaa Biqilaa Guyyootaa nii barbaadi nuu fidii seenaasaa nuuf qooduu qaba

Ответить
@Lidiyaa926
@Lidiyaa926 - 11.03.2024 20:20

Mootoraa qabsoo artii oromoo qaalii sabaa

Ответить
@shelemehachalu1387
@shelemehachalu1387 - 11.03.2024 21:02

Adaraa yaada koo kana ittiin naaf ga'aa!! Viidiyoo guutuu isaa hin ilaalle. Mata dureedhuma viidiyoo kanaa ilaaleen 'comment' gochaa jira. Dhugaadha dandeettii muusiqaa keetii baay'een ajaa'ibsiifadha. Garuu, biddeen barbaachaaf (qarshii) jettee, ogummaa mana Waaqayyoo keessatti wajjin guddatte, tajaajila ulfina Waaqayyoof oolchuu dhiiste. Waaqoliin tolfamoon akka ittiin ulfina argatan goote. Ati ammayyuu Kiristiyaana; garuu hir'uu foon keetii guuttachuuf jecha hojii si hin ilaallanne duukaa buuteerta. Na amani, hir'uu kee dabalaa deemta malee jijjiiramni ati of-irratti fiddu hin jiru. Kanaafuu, yoo dandeesse ija kee birrii ariyachuu irraa kaasiitii, hojii kee hundumaan ulfina Waaqayyoo muldhisuu yaali. Isa gara darbeef jireenyi ati dabarsite hin gahaatii gara mana Waaqayyootti deebi'iin dhaamsa obbolummaa kootiitii!

Ответить
@GajoTilahun-nr1es
@GajoTilahun-nr1es - 11.03.2024 22:32

Daawwiit Taaddasaa…. Nama Jabaa Oromoon Qabdudha. Anaanis Kallattii Baayyeetiin Na Gargaareera. Oolmaa Narraa Qaba. Dave Si Jaallanna❤️❤️❤️ Habtee Atillee Entervew Gochuu Keetiif🙏🙏🙏🙏🙏🙏

Ответить
@lensa3719
@lensa3719 - 12.03.2024 04:39

I love this person ❤❤❤❤❤

Ответить
@Zarihun560
@Zarihun560 - 12.03.2024 09:42

Abbo sit hatolu ❤

Ответить
@TamiratZewdu
@TamiratZewdu - 12.03.2024 10:52

show baayyee namatti tolu waantan siira wantaan barbaadun qaba yoo heyyemamaa taate innis gorsa fi muxxaannoo

Ответить
@almazshume6340
@almazshume6340 - 12.03.2024 11:19

Oromoo waqaas jedhaa mocaa kaana gargaraa😢

Ответить
@firitefera1599
@firitefera1599 - 12.03.2024 11:28

sagaleen hin dhagaahamuu maal tatan jeneraal

Ответить
@Sanyiioromoo-f6l
@Sanyiioromoo-f6l - 12.03.2024 17:57

Habtaamu

Ответить
@MamushShentema
@MamushShentema - 12.03.2024 21:29

Hace dagate suraab isa in dhiftee

Ответить
@guitarkeyboardchords8156
@guitarkeyboardchords8156 - 13.03.2024 01:52

Maaloo Oromoo nama cimaa kanaaf Furmaata tokkoo kennuufi qabnaa 😞

Ответить
@lalistubiyyaa
@lalistubiyyaa - 13.03.2024 07:47

As gahuu saba kanaa shoora hangana jedhamne nuuf jiraadhaa❤

Ответить
@Gulaallii12
@Gulaallii12 - 13.03.2024 17:04

Qophii kana baayyee jaalladherraa

Ответить
@abdiimuuziqaaofficial7835
@abdiimuuziqaaofficial7835 - 13.03.2024 21:13

Dawwit Taddasaa dhugaa dha nama addati its tallented man👏 pls support

Ответить
@shibireshifara3805
@shibireshifara3805 - 13.03.2024 21:38

Dev namaa jabaa ❤❤❤ilmaa warra qellem sanyii ko

Ответить
@orotiktokshow7872
@orotiktokshow7872 - 14.03.2024 04:13

Daawwiit Taaddasaa…. Nama Jabaa Oromoon Qabdudha

Ответить
@habtaamuuxiyyaa7469
@habtaamuuxiyyaa7469 - 14.03.2024 17:35

Jeneeraliticha Kaanaadaafi ....Finfinnee!

Ответить
@DugoEshetu
@DugoEshetu - 14.03.2024 19:59

Affuftu hin fakkessin

Ответить
@kithordofa
@kithordofa - 15.03.2024 14:22

Wow, an extraordinary person. Qaaxaalee ijoolee biyya ko. Bagaa jiiraate! Maalatoo Qaanqeesi taa'e, muziiqan jalqaaba bayyee bareedaadha! I'm proud of you my homie Dambi dude.

Ответить
@teferaket
@teferaket - 16.03.2024 11:44

Bareeda sagantan keessan namati tola jabaadhaa

Ответить
@mihiretGinbr
@mihiretGinbr - 17.03.2024 11:13

Habtee please Suraa Haccee godhii akkumaa yeroo duraatti😢😢🙏🙏🙏.. I'm proud of you General Oromoo....

Ответить
@jaalmaroabbasennaa4940
@jaalmaroabbasennaa4940 - 20.03.2024 17:03

Habtamu lamu galatoomi muca biyya koo Kara Demma Interview godhii mee muca qali sana ❤️❤️❤️❤️

Ответить
@kenbontirfesa7005
@kenbontirfesa7005 - 13.04.2024 10:31

Dave our hero

Ответить
@WengelDida-b5v
@WengelDida-b5v - 13.04.2024 17:06

baakii lamaanii😂

Ответить
@yonatantadele631
@yonatantadele631 - 28.04.2024 23:24

Mucaan kun garami wayiti❤

Ответить
@yonatantadele631
@yonatantadele631 - 28.04.2024 23:29

Me daweiti lemmi nuf dhiyessi general

Ответить
@Mssb570
@Mssb570 - 07.05.2024 14:20

Rabbi sin bulchiin oromootu bulchaa jira jrttaa? Afaan guuttee? Ayii media Boqqolloo

Ответить
@Mssb570
@Mssb570 - 07.05.2024 14:23

Daawwiit T galatoomi ati leenca koo

Ответить
@JoobiraaKitata
@JoobiraaKitata - 30.05.2024 01:58

We love you daawwaa

Ответить
@eyobhirpatola7020
@eyobhirpatola7020 - 28.09.2024 18:06

Genuine Interview💗💗💗💗

Ответить
@AdinaanMuhmmad
@AdinaanMuhmmad - 03.10.2024 09:37

❤❤❤❤❤

Ответить